Folios
1r - 1v
Type
✓ Manuscript
Date
Scribe
Text
Languages
Scripts
Status
Comments
Incipit
1r
Lakk. M/01/2/16 Guyyaa 21/01/95 Waajjira bulchaa ganda Booree Gaw[raaf?] Dhimmi isaa [.?.] Sosochii daa'iwaa ulamootaa ni ta'a- Kilaafii gandaa fi masjiida keessanitti argama jedhome Qur- aanaa fi haadiisaan hiikuuf[?] ulamootni guyyaa 27[/1/95?] [.?.] daa'iwaaf waan ganda keessan dhufanuuf ummatni musliima ta'e mara masjiida meeroo tti akka argamanu addeessaa, kanaan booda eehama(daaggoo) majlis al-ulamaa'i Ykn waajjira dhi/Iskamummaa aanaa Gommaa irraa utuu hin argatin masjiida keessatti waa'izii gochum akka hin danda' [anmnee?] fi namni se- era kana darbe rakkina dhufuuf akka itti gaafatamu ni hubachiisna. Nagaa wajjin HمحمدLA Bakka - H/Tamaam A/Raagoo
Explicit
References
- Place Mentioned Gomma, Oromia, Jimma Zone, ET
Paratexts
-
?, Stamp / Signature
المجلس الاعلى للشئون الإسلامية لإقليم جما مركز جوما لشئون المجلس[؟] في مدينة اجارو